• Bonus Practice: #86 When? Talking about time (Med) - Shaakala Dabalaa: #86 Yoom? Waa'ee yeroo irraa dubbachuu (giddu-gala afaanii)
    Jun 18 2025
    Practise speaking the dialogue from episode #86 Talking about time (Med). - Practise speaking the dialogue from episode #86 Talking about time (Med). Qophii kana keessatti waliin dubbannaa deemu dhaggeeffachuun , dubbachuu shaakalaa. kun kutaa 86f, waa'ee yeroo dubbatama(warreen giddu-gala afaanii) jiran gargaara. Nama siluma afaan Inglishii haga tokko beeku jechuu dha.
    Show more Show less
    17 mins
  • Would you consider nominating someone for an Order of Australia? - Nama tokko Kabajaa Beekamtii Australia (Order of Australia) akka tahu kaadhimuuf yaaddeettaa?
    Jun 18 2025
    Do you know someone who makes an extraordinary impact in the community? It could be a person from any background or field of endeavour. You can help celebrate their achievements by nominating them for an Order of Australia. The more we recognise extraordinary members within our communities, the more Australia’s true diversity is reflected in the Australian honours list. - Hawaasa kee keessatti namni ati beektu, hojii dansa hawaasaa isaaf hojjete ni beektaa? Nama kamuu iyyuu ykn gosa hojii kami irraa iyyuu tahuu dandaá. Itti baha hojii isaanii kabajuufiif ittis gammaduuf nama sana Kabajaa Beekamtii Australia akka tahuuf kaadhimuu dandeessa. Akkasumas hawaasa keenya keessatti miseensota adda ta’an adda baasuu fi beekamtii haguma kenninu, tarreen kabajaa Australia aada-danummaa dhugaa Australia calaqqisiisa.
    Show more Show less
    13 mins
  • #86 When? Talking about time (Med) - #86 Yoomi? Waa'ee yeroo irraa dubbachuu (Giddu-gala afaanii)
    Jun 11 2025
    Learn how to talk about time. - Waa'ee yeroo irraa dubbachuu. Waa'ee yeroo irraa yemmuu dubbattan afaan inglishii fooyyeffattu. Afaan lafa hojiitti, barmootattii fi hawaasummaatti walii galuuf nama gargaara.
    Show more Show less
    16 mins
  • Beyond books: How libraries build and support communities in Australia - Dhiheessii kitaabaa caalaatti: Manneen kitaabaa(libray) Australia hagam hawaasa gabbisaa jira
    Jun 4 2025
    Australian public libraries are special places. Yes, they let you borrow books for free, but they also offer a wealth of programs and services, also free, and welcome everyone, from tiny babies to older citizens. - Manneen kitaabaa ummataa(Library) Australia iddoo addaati. Eeyyee, kitaabota bilisaan akka ergifattu siif hayyamu, garuu sagantaalee fi tajaajila hedduus ni kennu, akkasumas bilisaan, daa’imman xixiqqoo irraa kaasee hanga lammiilee maanguddooman hunda ni simatu.
    Show more Show less
    13 mins
  • Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa
    May 21 2025
    Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin uccuu aadaan faayamanii kan argaman ture. Ayyaanni Irreechaa kun eebbaan jalqabe, ganna biqiqltuu lafa buusan, abdiin itti eeggatan tahuus abbootiin haasawa godhan dubbataniiru.
    Show more Show less
    7 mins
  • What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal
    May 21 2025
    Visiting the emergency department with a sick or injured child can overwhelm parents due to long wait times and stress. Understanding what to expect can help. This episode explores when to go to children's hospital emergency departments in Australia and what to expect upon arrival. - Daa’ima dhibame fudahtanii gara mana yaalaa kutaa balaa hatattamaa(emergency) deemuun hedduu namatti ulfaachuu danda’a. Yeroo dheeraa eeguun, yeroo kam deemuu akka qabdu wal’aaluu, daa’imni kee dhibamtee aruu yaaddoo inni sitti naqu, kun hundi warraaf ulfaataa dha. Qophii kana keessatti achi yeroo geessu maaltu akka tahu ykn tariba jiru maal akka tahe ibsina.
    Show more Show less
    13 mins
  • Irreechi keenya waliin haa kabajannu- obbo Daanyee Dafarshaa
    May 14 2025
    Irreechi Ayyaana waggaa keessatti si'a lama Ummata Oromoo fi saboota jaallattootaa fi mararfattoota Ayyaana Irreechaan kabajama. Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata dhufu kana kabajama jedha, obbo Daanyee Dafarshaa.
    Show more Show less
    8 mins
  • How to recover from floods and storms in Australia - Lolaa bishaanii fi rooba guddaa irraa akkamiin akka dandamatamu
    May 14 2025
    Australia is experiencing more frequent and intense floods and storms. Once the winds calm and the water recedes, how do you return home safely? Experts speak on the essential steps to take after a disaster. - Lolaan bishaanii fi Roobni guddaan yeroo hedduu Australia waan mudatuuf hawaasni deebi’anii irraa dandamatuuf yeroo dheeraa irraa fudhata. Garuu erga lolaan dhaabbateen booda akkamiin qe’ee keetti deebitee, qulqulleeffatta? Balaa kanaan booda tarkaanfilee akkam fudhachuu akka qabdu ibsu ogeeyyiin.
    Show more Show less
    13 mins