What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal Podcast By  cover art

What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal

What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal

Listen for free

View show details

About this listen

Visiting the emergency department with a sick or injured child can overwhelm parents due to long wait times and stress. Understanding what to expect can help. This episode explores when to go to children's hospital emergency departments in Australia and what to expect upon arrival. - Daa’ima dhibame fudahtanii gara mana yaalaa kutaa balaa hatattamaa(emergency) deemuun hedduu namatti ulfaachuu danda’a. Yeroo dheeraa eeguun, yeroo kam deemuu akka qabdu wal’aaluu, daa’imni kee dhibamtee aruu yaaddoo inni sitti naqu, kun hundi warraaf ulfaataa dha. Qophii kana keessatti achi yeroo geessu maaltu akka tahu ykn tariba jiru maal akka tahe ibsina.
No reviews yet